2 ተሰሎኒቄ 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እን ወረ ዋቀ ህንቤክኔፊ ወረ ወንጌለ ጎፍታኬኘ ዬሱሲፍ ህንአጀጀምኔ ንአደበ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Gooftichi ibidda boba'aa wajjin in mul'ata; gaafas warra Waaqayyoon beekuu hin barbaadin, warra wangeela gooftaa keenya Yesusiif hin abboomaminis in adaba*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Inni warra Waaqa hin beeknee fi warra wangeela Gooftaa keenya Yesuusiif hin ajajamne ni adaba. Sien die hoofstuk |