2 ሳሙኤል 9:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ሞትችስ ዚባ ገርብቸ ሳኦል ኦፍት ዋሜ አከነ ጄዼን፤ “አን እልመ እልመ ጎፍታኬቲቲፍ፣ ዋን ከን ሳኦሊፊ ከን ማቲሳ ተኤ ሁንደ ኬኔረ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Mootichi yommus Ziibaa hojjetaa Saa'ol waamee,<<Ani waanuma kan Saa'olii fi maatii isaatii ta'e hundumaa Mefii-Bosheet akaakayyuu gooftaa kee Saa'oliif kenneera. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Mootichis Ziibaa garbicha Saaʼol ofitti waamee akkana jedheen; “Ani ilma ilma gooftaa keetiitiif, waan kan Saaʼolii fi kan maatii isaa taʼe hunda kenneera. Sien die hoofstuk |