2 ሳሙኤል 9:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሜፊቦሼት እልም ዮናታን፣ እልም ሳኦል ዬሮ ዳዊት ብረ ዹፌት ኡልፍነ እሳፍ ኬኑፍ ገድ ጄዼ ሰገዴፍ። ዳዊትሞ፣ “ሜፊቦሼት!” ጄዼን። እንስ፣ “ገርብችኬ ኩኖት” ጄዼ ዴብሴፍ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Mefii-Bosheet ilmi Yonaataan Saa'ol gara Daawit dhufee, ulfina isaatiif hamma lafa ga'utti in qoomma'eef; Daawit,<<Mefii-Bosheet!>> jedhe; innis,<<Ani garbichi kee kunoo, asan jira!>> jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Mefiibooshet ilmi Yoonaataan, ilmi Saaʼol yeroo Daawit bira dhufetti ulfina isaaf kennuuf gad jedhe sagadeef. Daawit immoo, “Mefiiboostee!” jedheen. Innis, “Garbichi kee kunoo ti” jedhee deebiseef. Sien die hoofstuk |