2 ሳሙኤል 9:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ሞትችስ፣ “እን ኤሰ ጅረ?” ጄዼ ጋፈቴ። ዚባን ዴብሴ፣ “እን እዶ ሎዴባር ጄዸሙ መነ ማኪር እልመ አሚኤል ጅረ” ጄዼ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Mootichi itti dabalees,<<Inni amma eessa jira?>> jedhee in gaafate; Ziibaan immoo,<<Inni mandara Lodebaar mana Maakiir ilma Amii'el jira>> jedhee deebiseef*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Mootichis, “Inni eessa jira?” jedhee gaafate. Ziibaan deebisee, “Inni iddoo Lodebaar jedhamu mana Maakiir ilma Amiiʼeel jira” jedhe. Sien die hoofstuk |