2 ሳሙኤል 9:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሞትችስ፣ “አከ አን አርጁማ ዋቃ እሳፍ ጎዹፍ ነምን ማቲ ሳኦል ኬሳ ሀፌ ቶኮዩ ህንጅሩ?” ጄዼ ጋፈቴ። ዚባ፣ “እልም ዮናታን ቶኮ ጅረ፤ ሚልሳ ለቹስ ናፈ” ጄዼ ሞትቻፍ ዴብሴ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Mootichi,<<Gaarummaa Waaqayyoo akkan itti argisiisuuf, maatii Saa'ol keessaa namni hafe tokko illee hin jiruu?>> jedhee in gaafate; Ziibaan immoo mootichaaf deebisee,<<Ilmi Yonaataan tokko jira; inni immoo miilli isaa lachuu naafa>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Mootichis, “Akka ani arjummaa Waaqaa isaaf godhuuf namni maatii Saaʼol keessaa hafe tokko iyyuu hin jiruu?” jedhee gaafate. Ziibaa, “Ilmi Yoonaataan tokko jira; miilli isaa lachuus naafa” jedhee mootichaaf deebise. Sien die hoofstuk |