2 ሳሙኤል 9:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ሜፊቦሼት እልመ ደርገጌሰ ሚካ ጄዸሙ ቶኮ ቀበ ቱሬ፤ ወር መነ ዚባ ጅራተን ሁንድ ሆጄቶተ ሜፊቦሼት ቱረን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Mefii-Bosheet mucaa ilmaa <<Miikaa>> jedhamu tokko qaba ture; namoonni mana Ziibaa keessa jiraatan hundinuu Mefii-Bosheetiif in hojjetu turan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Mefiibooshet ilma dargaggeessa Miikaa jedhamu tokko qaba ture; warri mana Ziibaa jiraatan hundi hojjettoota Mefiiboostee turan. Sien die hoofstuk |