Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 9:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 አት፣ እልማንኬቲፊ ተጃጅልቶትንኬ አከ እልም እልመ ጎፍታኬቲ ዋን ኛቱ አርገቱፍ ለፈ እሳፍ ቆቱ ቀብዱ። ሜፊቦሼት እልም እልመ ጎፍታኬቲስ ዬሮ ሁንደ ማዲኮራ ኛተ።” ዚባን እልማን ኩዸ ሸኒፊ ተጃጅልቶተ ድግደመ ቀበ ቱሬ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Inni wanta ittiin jiraatu akka argatutti, ati, ilmaan kee, hojjetoonni kees midhaan isaaf qotaa, wanta lafti isaa baasus isaaf galchaa! Inni garuu ofii isaatii yeroo hundumaa maaddii koo irraa in nyaata>> jedhe; Ziibaan ilmaan kudha shanii fi hojjetoota digdama qaba ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Ati, Ilmaan keetii fi tajaajiltoonni kee akka ilmi ilma gooftaa keetii waan nyaatu argatuuf lafa isaaf qotuu qabdu. Mefiibooshet ilmi ilma gooftaa keetiis yeroo hunda maaddii koo irraa nyaata.” Ziibaan ilmaan kudha shanii fi tajaajiltoota digdama qaba ture.

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 9:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies