2 ሳሙኤል 8:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዳዊት ሞትች መጋላወን ሀዳዴዜር ጄቹንስ ቤጣቲፊ ቤሮታይ ኬሳ ስቢለ ናሲ አከ መሌ ባይኤ ፉዸቴ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Akkasumas immoo mandaroota Hadaad-Ezer warra Bexaa fi Berootaayi jedhaman keessaa sibiila borrajjii baay'ee isaa fudhatee in adeeme. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Daawit Mootichi magaalaawwan Hadaadezer jechuunis Bexaatii fi Beerootaay keessaa sibiila naasii akka malee baayʼee fudhate. Sien die hoofstuk |