2 ሳሙኤል 8:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዬሮ ወር ሶርያ ከኔን ደማስቆ ጅራተን ሀዳዴዜር ሞትቸ ዞባ ገርጋሩፍ ዹፈንትስ ዳዊት እሳን ኬሳ ነመ ኩመ ድግደሚ ለመ ፍጤ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo keessa jiraatan Hadaad-Ezer mootii Zobaa gargaaruudhaaf in dhufan; Daawit immoo isaan keessaa namoota kuma digdamii lama rukutee in ajjeese. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yeroo warri Sooriyaa kanneen Damaasqoo jiraatan Hadaadezer mooticha Zoobaa gargaaruuf dhufanittis Daawit isaan keessaa nama kuma digdamii lama fixe. Sien die hoofstuk |