2 ሳሙኤል 8:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዳዊትስ ጋሪወን ወራናሳ ኩመ ቶኮ፣ አቦቲ ፈርዳ ኩመ ቶርባፊ ሎልቶተ ለፎ ኩመ ድግደመ እሰራ ፉዸቴ። እንስ ፈርዴን ጋሪወኒ ዽበ ቶኮ ቆፈ ሀምብሴ ከኔን ሀፈን ሁንደ ሞጎሌ ኩኩቴ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 konkolaattota isaa kuma tokko, abbootii fardeenii isaa kuma torbaa fi loltoota warra lafoo kuma digdama in booji'e; fardeen konkolaattota harkisan dhibba tokko duwwaa hambisee, fardeen warra kaan hundumaa morgaa kukkutee in naafise*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Daawitis gaariiwwan waraanaa isaa kuma tokko, abbootii fardaa kuma torbaa fi loltoota lafoo kuma digdama isa irraa fudhate. Innis fardeen gaariiwwanii dhibba tokko qofa hambisee kanneen hafan hunda mogolee kukkute. Sien die hoofstuk |