Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 8:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ከነረትስ ዳዊት ዬሮ ለገ ኤፍራጢስ ብረ ያደኖ ኦፊ ዴብሴ ዻበቹ ዸቄት ሞትቸ ዞባ፣ ሀዳዴዜር እልመ ሬሆብ ሞአቴ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Hadaad-Ezer ilmi Rehoob mootiin Zobaa, biyya laga Efraaxiis bukkee jiru harka isaa jalatti deebifachuudhaaf dhaqaa utuu jiruu Daawit isa rukutee,

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Kana irrattis Daawit yeroo Laga Efraaxiis bira yaadannoo ofii deebisee dhaabbachuu dhaqetti mooticha Zoobaa, Hadaadezer ilma Rehoob moʼate.

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 8:3

Volg ons:

Advertensies


Advertensies