2 ሳሙኤል 8:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ቤናያ እልም ዬሆያዳ ሆገና ኬሬቶታፊ ጴሌቶታ ቱሬ፤ እልማን ዳዊትሞ ሉቦተ ቱረን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa kutata loltoota mooticha eeganii ture; ilmaan Daawit immoo luboota turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Benaayaa ilmi Yehooyaadaa hoogganaa Kereetotaa fi Pheletotaa ture; ilmaan Daawit immoo luboota turan. Sien die hoofstuk |