2 ሳሙኤል 8:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አከሱመስ ዛዶቅ እልም አሂጡቢፊ አቢሜሌክ እልም አብያታር ሉቦተ ቱረን፤ ሴራያንሞ በሬሳ ቱሬ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Zaadoq ilmi Ahiixubii fi Abiimelek ilmi Abiyaataar luboota turan; Seraayaan immoo caafaa ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Akkasumas Zaadoq ilmi Ahiixuubii fi Abiimelek ilmi Abiyaataar luboota turan; Seraayaan immoo barreessaa ture. Sien die hoofstuk |