2 ሳሙኤል 5:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዳዊትስ እዶ ጅሬኘሳ ደአትኖ ሰነ ጎዸቴ መጋላ ዳዊት ጄዼ ሞጋሴ። እን ሚሎዻ ጀልቀቤ ናኖሼ መርሴ እጃሬ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yommus Daawit masaraa isa qabate sana keessa in jiraate; kanaaf iddoo kana,<<Mandara Daawit>> jedhee moggaase; inni lafa <<Miiloo>> jedhamu kaasee gara keessaatti masaraa mandaraa jabeessee in ijaare. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Daawitis iddoo jireenya isaa daʼannoo sana godhatee Magaalaa Daawit jedhee moggaase. Inni Miiloodhaa jalqabee naannoo ishee marsee ijaare. Sien die hoofstuk |