2 ሳሙኤል 5:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዳዊትስ ጋፈስ፣ “ነምን ዬቡሶተ ዸኡፍ በኡ ከምዩ፣ ‘ናፎታፊ ጃሞተ’ ሉቡ ዳዊቲን ጅበመን ብረ ገኡፍ ከራ ቦኦ ብሻኒቲን ደርቡ ቀበ” ጄዼ። ሰበቢን እሳን፣ “ ‘ጃሞትኒፊ ናፎትን’ መሰራ ሞቲ ህንሴነን” ጄዸኒፍ ከኑመ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Gaafas Daawit namoota isaatiin,<<Namni Yibusoota warra naafa, warra jaamaa, warra ani ijumaan arguu jibbu kana rukutuu barbaadu karaa jal'isii bishaanii haa ba'u!>> jedhe; kanaaf namoonni boodana,<<Warri jaamaanii fi warri naafti mana qulqullummaatti ol hin galan!>> jedhan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Daawitis gaafas, “Namni Yebuusota dhaʼuuf baʼu kam iyyuu, ‘naafotaa fi jaamota’ lubbuu Daawitiin jibbaman bira gaʼuuf karaa boʼoo bishaaniitiin darbuu qaba” jedhe. Sababiin isaan, “ ‘Jaamonnii fi naafonni’ masaraa mootii hin seenan” jedhaniif kanuma. Sien die hoofstuk |