2 ሳሙኤል 5:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሞትቺፊ ነሞትንሳ ዬቡሶተ አች ጅራተን ሎሉፍ ገረ ዬሩሳሌምት ንቀጄለን። ዬቡሶንስ ዳዊቲን፣ “አት አስ ህንሴንቱ፤ ጃማፊ ናፍንዩ ኦፍራ ስ ዴብሱ” ጄዸን። እሳን፣ “ዳዊት አስ ሴኑ ህንደንደኡ” ጄዸኒ ያደን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Yommus Daawit mootichi namoota isaa wajjin Yibusoota mandara Yerusaalem keessa jiraatan loluudhaaf itti in duule; Yibusoonni immoo,<<Daawit mandara kana mo'ee qabachuu hin danda'u>> jedhanii waan yaadaniif,<<Ati asitti hin galtu, warri jaamaanii fi warri naafti iyyuu of irraa si in deebisu>> ittiin jedhan*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Mootichii fi namoonni isaa Yebuusota achi jiraatan loluuf gara Yerusaalemitti ni qajeelan. Yebuusonnis Daawitiin, “Ati as hin seentu; jaamaa fi naafni iyyuu of irraa si deebisu” jedhan. Isaan, “Daawit as seenuu hin dandaʼu” jedhanii yaadan. Sien die hoofstuk |