2 ሳሙኤል 5:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኬብሮን ኬሰት ወጋ ቶርባፊ ጅአ ጀአ ይሁዳረት ሞቲ ቱሬ፤ ዬሩሳሌም ኬሰትሞ ወጋ ሶዶሚ ሰዲ ጉቱማ እስራኤሊፊ ይሁዳረት ሞቲ ተኤ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Inni Kebroon keessa taa'ee, waggaa ja'aa fi ji'a ja'a Yihudaa irratti in mo'e; Yerusaalem keessa taa'ee, waggaa soddomii sadii guutummaa Israa'el irratti, guutummaa Yihudaa irrattis in mo'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kebroon keessatti waggaa torbaa fi jiʼa jaʼa Yihuudaa irratti mootii ture; Yerusaalem keessatti immoo waggaa soddomii sadii guutummaa Israaʼelii fi Yihuudaa irratti mootii taʼe. Sien die hoofstuk |