2 ሳሙኤል 5:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 አኩመ ፊጤ ሙከ ቅልጡ እራን ሰገሌ ዱላ ዸጌሴን ደፊቲ በእ፤ ዋቀዮ ሎልቶተ ፍልስጤም ዸኡዻፍ ስ ዱረ በኤረ ጄቹዻቲ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Sagalee faana duulaa bantii qilinxoowwan sana irraa yommuu dhageessu, ani Waaqayyo loltoota Filisxeemotaa rukutuudhaaf fuula kee dura bu'uu koo waan ta'eef, garaa kutadhuutii itti ka'i!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Akkuma fiixee muka qilxuu irraan sagalee duulaa dhageesseen dafiitii baʼi; Waaqayyo loltoota Filisxeem dhaʼuudhaaf si dura baʼeera jechuudhaatii.” Sien die hoofstuk |