2 ሳሙኤል 5:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ፍልስጤሞትን ዋቆተሳኒ ቶልፈሞ አችት ዺሰኒ በቀተን፤ ዳዊቲፊ ነሞትንሳሞ እሳን ፉዸኒ ዴመን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Warri Filisxeemis waaqayyolii tolfamoo isaanii achitti dhiisanii in baqatan; Daawitii fi namoonni isaa waaqayyolii sana fuudhanii in adeeman. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Filisxeemonni waaqota isaanii tolfamoo achitti dhiisanii baqatan; Daawitii fi namoonni isaa immoo isaan fuudhanii deeman. Sien die hoofstuk |