2 ሳሙኤል 5:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዳዊትስ ኤርገ ኬብሮኒ በኤ ቦዴ ሳጀቶወኒፊ ኒቶተ ብራ ዬሩሳሌም ኬሰት ፉዼ፤ እልማኒፊ እንተለን ደበለታ ዸለተኒፍ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Daawit mandara Kebroon dhiisee Yerusaalemitti erga galee booddee, achitti saajjatootaa fi dubartoota dabalee in fuudhe; dabalees ilmaanii fi intaloota in godhate*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Daawitis erga Kebroonii baʼee booddee saajjatoowwanii fi niitota biraa Yerusaalem keessatti fuudhe; ilmaanii fi intallan dabalataa dhalataniif. Sien die hoofstuk |