2 ሳሙኤል 4:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሬካቢፊ በአናን እልማን ርሞን ነምቸ ጎሰ ብኤሮት ከአኒ ገረ መነ ኢሽ-ቦሼት ቀጄለን፤ ዬሮን እሳን እት አች ገአንስ ጉያ ሳፋ ዬሮ እን እት ኣረ ገልፈቱ ቱሬ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Rekaabii fi Ba'anaan ilmaan Rimoon nama Beroot ka'anii, Ish-Bosheet ciisee utuu aara galfachaa jiruu, aduu saafaa keessa mana isaa in ga'an; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Rekaabii fi Baʼanaan ilmaan Rimoon namicha gosa Biʼeeroot kaʼanii gara mana Iish-Boosheti qajeelan; yeroon isaan itti achi gaʼanis guyyaa saafaa yeroo inni itti aara galfatu ture. Sien die hoofstuk |