Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 4:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 ዮስ ዬሮ ነሞትን ሀሞን ነመ በሌሳ ህንቀብኔ ቶኮ መነሳ ኬሰት፣ ስሬሳረት አጄሰንት አን ዺገሳ ሀርከኬሰንራ ህንበርባዱሬ? ለፈራስ ህንበሌሱሬ?”

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Caalaadhumatti isin namoota jal'oota, warra nama balleessaa hin qabne mana isaa keessatti siree isaa irratti ajjeeftan, ani immoo harka keessan keessaa dhiiga isaa hin barbaaduu ree>> Lafa irraas isin hin balleessuu ree?>> jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Yoos yeroo namoonni hamooni nama balleessaa hin qabne tokko mana isaa keessatti, siree isaa irratti ajjeesanitti ani dhiiga isaa harka keessan irraa hin barbaaduu ree? Lafa irraas hin balleessuu ree?”

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 4:11

Volg ons:

Advertensies


Advertensies