2 ሳሙኤል 3:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዮ አን አከ አብዲን ዋቅን ዳዊቲፍ ኬኔ ሱን ራወተሙ ጎቹ ባዼ ዋቀዮ አብኔርረት ዋን ሀማ ሃጎዹ፤ ሰነ ጫላዩ እሰት ሃፍዱ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Wanti Waaqayyo kakuudhaan Daawitin abdachiise hojii irra akka ooluuf Daawitin hin gargaaru yoon ta'e, Waaqayyo ana haa dha'u, anatti haa dabalus! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Yoo ani akka abdiin Waaqni Daawitiif kenne sun raawwatamu gochuu baadhe Waaqayyo Abneer irratti waan hamaa haa godhu; sana caalaa iyyuu isatti haa fidu; Sien die hoofstuk |