2 ሳሙኤል 3:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ሳኦልስ እንተለ አያ ከን ሪጥጳ ጄዸምቱ ሳጀቶ ጎዸቴ ቱሬ። ኢሽ-ቦሼትስ አብኔሪን፣ “አት ማሊፍ ሳጀቶ አባኮቲ ወጅን ረፍቴ?” ጄዼ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Gaaf tokko Ish-Bosheet immoo,<<Ati maaliif Riizphaa intala Ayyaa ishee saajjatoo abbaa koo Saa'ol turte bira geesse?>> jedhee Abneerin in gaafate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Saaʼolis intala Ayyaa kan Riixiphaa jedhamtu saajjatoo godhatee ture. Iish-Booshetis Abneeriin, “Ati maaliif saajjatoo abbaa kootii wajjin rafte?” jedhe. Sien die hoofstuk |