2 ሳሙኤል 3:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አት አብኔር እልመ ኔር ንቤክተ፤ እን ስ ጎዎምሴ ሶቺኬቲፊ ዋን አት ጎቻ ጅርቱ ሁንደ በሳሱዻፍ ዹፌ።” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Abneer ilmi Neer si gowwoomsuudhaaf, ba'uu keetii fi galuu kee, wanta ati hojjettu hundumaas caqasuudhaaf akka inni dhufe ati hin beektuu ree?>> jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Ati Abneer ilma Neer ni beekta; inni si gowwoomsee sochii keetii fi waan ati gochaa jirtu hunda basaasuudhaaf dhufe.” Sien die hoofstuk |