2 ሳሙኤል 3:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዽርስሼስ ሀመ መጋላ በሁሪምት ቦኣ እሼ ዱካ ቡኤ። አብኔርስ፣ “መነኬት ዴብእ!” ጄዼን። ከናፉ እን ንዴብኤ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Abbaan manaa ishee garuu boo'aa hamma mandara Bahuriimitti ishee duukaa in adeeme; Abneer immoo namichaan,<<Deebi'ii gali!>> jedhe; innis deebi'ee in gale. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Dhirsi ishees hamma magaalaa Bahuuriimitti booʼaa ishee duukaa buʼe. Abneeris, “Mana keetti deebiʼi!” jedheen. Kanaafuu inni ni deebiʼe. Sien die hoofstuk |