2 ሳሙኤል 2:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ከናፉ ዮኣብ መለከተ አፉፌ፤ ነሞትን ሁንድስ እስራኤሎተ አርኡ ዺሰን፤ ለመተስ ወራን እሳን ግዱት ህንካኔ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Yommus Yo'aab malakata afuufuudhaan milikkita in kenne; kana irratti namoonni isaa Israa'eloota ari'uu, lola itti fufuus in dhiisan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Kanaafuu Yooʼaab malakata afuufe; namoonni hundis Israaʼeloota ariʼuu dhiisan; lammatas waraanni isaan gidduutti hin kaane. Sien die hoofstuk |