2 ሳሙኤል 2:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ዮኣብሞ ዴብሴ፣ “ዹጋ ዋቀ ጅራታ፣ ኡቱ አት ዋን ከነ ጄቹ ባቴ ስላ ነሞትን ሀመ ለፍት በርኡት ኦቦሎተሳኒ አርኡራ ህንዴብአን ቱሬ” ጄዼ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Yo'aab immoo,<<Dhugaa Waaqayyo isa jiraataa ti! Utuu ati kana hin dubbanne ta'ee, namoonni ana bira jiran kun hamma bor ganamaatti isin warra obboloota isaanii taatan in ari'u turan>> jedhee in deebiseef. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Yooʼaab immoo deebisee, “Dhugaa Waaqa jiraataa, utuu ati waan kana jechuu baattee silaa namoonni hamma lafti bariʼutti obboloota isaanii ariʼuu irraa hin deebiʼan ture” jedhe. Sien die hoofstuk |