2 ሳሙኤል 2:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እንስ ኡቱ ምርገት ዮካን ብታት ህንጎርን ፋነ ቡኤ አብኔርን አርኤ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Inni gara mirgaatti yookiis gara bitaatti utuu hin jal'atin Abneerin duukaa bu'ee in ari'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Innis utuu mirgatti yookaan bitaatti hin gorin faana buʼee Abneerin ariʼe. Sien die hoofstuk |