2 ሳሙኤል 11:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዱበርቲን ሱን ኡልፎፍቴ፣ “አን ኡልፋኤረ” ጄቴ ዳዊትት ኤርጋ ኤርግቴ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Dubartittiin yommus ulfooftee,<<Ani siif ulfaa'eera>> jettee Daawititti dhaamsa in ergite. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Dubartiin sun ulfooftee, “Ani ulfaaʼeera” jettee Daawititti ergaa ergite. Sien die hoofstuk |