Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 10:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዳዊትስ፣ “አኩመ አባንሳ ና አርጆሜ ሰነ አንስ ሃኑን እልመ ናሃሺፍ ነንአርጆመ” ጄዼ ያዴ። ከናፉ ዳዊት ገደ ዋኤ አባሳቲፍ እት ዸገአሜ እሳ እብሱፍ ሃኑንት ኤርገሞተ ንኤርጌ። ዮሙ ነሞትን ዳዊት ገረ ብየ አሞኖታ ዸቀንት፣

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Kana irratti Daawit,<<Nahaash abbaan isaa gaarummaa waan anatti argisiiseef, anis ilma isaa Hanuunitti gaarummaa nan argisiisa>> jedhee, waa'ee du'uu abbaa isaatiif akka isa jajjabeessaniif namoota itti in erge; namoonni Daawit erge gara biyya Amoon in dhufan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Daawitis, “Akkuma abbaan isaa naa arjoome sana anis Haanuun ilma Naahaashiif nan arjooma” jedhee yaade. Kanaafuu Daawit gadda waaʼee abbaa isaatiif itti dhagaʼame isaa ibsuuf Haanuunitti ergamoota ni erge. Yommuu namoonni Daawit gara biyya Amoonotaa dhaqanitti,

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 10:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies