2 ሳሙኤል 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዳዊትስ፣ “አት ኤሳ ዹፍቴ?” ጄዼ እሰ ጋፈቴ። ነምችሞ፣ “አን ቁበተ እስራኤሎታ ኬሳን በቀዼ ዹፌ” ጄዼ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Daawit immoo,<<Ati eessaa dhufte?>> jedhee isa in gaafate; innis deebisee,<<Iddoo buufata namoota Israa'el keessaan baqadhee dhufe>> jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Daawitis, “Ati eessaa dhufte?” jedhee isa gaafate. Namichi immoo, “Ani qubata Israaʼelootaa keessaan baqadhee dhufe” jedhe. Sien die hoofstuk |