2 ሳሙኤል 1:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ያ ዮናታን ኦቦሌሰኮ፣ አን ሲፍ ገዴረ፤ አት አናፍ ነመ አከ መሌ ጃለተማ ቱርቴ። ጃለል አት ናፍ ቀብዱ ድንቅሲሳ ቱሬ፤ ጃለለ ዱበርቲ ጫላ ድንቅሲሳ ቱሬ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Yaa Yonaataan obboleessa ko, ani siif nan gadda; baay'ee na mararta turte, jaalalli ati na jaallatte, jaalala dubartootaa caalaa dinqisiisaa ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Yaa Yoonaataan obboleessa ko, ani siif gaddeera; ati anaaf nama akka malee jaallatamaa turte. Jaalalli ati naaf qabdu dinqisiisaa ture; jaalala dubartii caalaa dinqisiisaa ture. Sien die hoofstuk |