2 ሳሙኤል 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 “ዺገ ነሞተ ዹመኒ ኬሳ፣ ፎን ነሞተ ጀጀቦራ፣ እዳን ዮናታን ዱበት ህንዴብኔ፤ ጎራዴን ሳኦልስ አከሱማን ህንዴብኔ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Iddaan Yonaataan dhiiga namaa utuu hin dhangalaasin, moora warra jajjaboos utuu hin waraanin gad qabamee hin beeku; billaan Saa'olis waa utuu hin rukutin deebi'ee hin beeku. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 “Dhiiga namoota dhumanii keessaa, foon namoota jajjaboo irraa, iddaan Yoonaataan duubatti hin deebine; goraadeen Saaʼolis akkasumaan hin deebine. Sien die hoofstuk |