2 ጴጥሮስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሰበቡመ ከናፍ አመንቲኬሰንረት ጋሩማ፣ ጋሩማረትስ ቤኩምሰ ደበለቹፍ ዋን እስኒ ደንደአሜ ሁንደ ጎዻ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ammas dhama'uu hundumaan dhama'aa! Amantii qabdan gaarummaadhaan argisiisaa, gaarummaa keessaan beekumsa argisiisaa*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis beekumsa dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa; Sien die hoofstuk |