2 ጴጥሮስ 1:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ቤኩምሰ ዋቃቲፊ ቤኩምሰ ጎፍታኬኘ ዬሱሲን አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃባይአቱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyoon, gooftaa keenya Yesusinis beekuu bira ga'uu keessaniin ayyaannii fi nagaan isiniif haa baay'atu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Beekumsa Waaqaatii fi beekumsa Gooftaa keenya Yesuusiin ayyaannii fi nagaan isiniif haa baayʼatu. Sien die hoofstuk |