1 ተሰሎኒቄ 5:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ሃለ ሁንዱማ ኬሰት ዋቀ ገለቴፈዻ፤ ፌዺን ዋቅን ክርስቶስ ዬሱስት እስኒፍ ቀቡ ከናቲ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Kristos Yesus kana gochuu keessan in fedha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Haala hundumaa keessatti Waaqa galateeffadhaa; fedhiin Waaqni Kiristoos Yesuusitti isiniif qabu kanaatii. Sien die hoofstuk |