1 ተሰሎኒቄ 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤጋ ዋን ዋቅን አከ እስን ወል ጃለተን እስን በርሲሴፍ ዋኤ ጃለለ ኦቦሉማ እስኒ በሬሱ ኑ ህንበርባችሱ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waa'ee obboloota jaallachuu immoo isiniif caafuun barbaachisaa miti; wal jaallachuun akka isin barbaachisu Waaqayyo isin barsiiseera*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Egaa waan Waaqni akka isin wal jaallattan isin barsiiseef waaʼee jaalala obbolummaa isinii barreessuu nu hin barbaachisu. Sien die hoofstuk |