1 ተሰሎኒቄ 3:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ከናፍ ያ ኦቦሎተ፣ ኑ ዽጵናፊ አርአተመኬኘ ሁንደ ኬሰት አመንቲኬሰኒን ዋኤኬሰን ጀጀባትኔረ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kanaaf yaa obboloota nana, gidiraa keenya hundumaa fi rakkina keenya keessatti waa'ee keessanii fi amantii keessaniin jajjabina arganneerra*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kanaaf yaa obboloota, nu dhiphinaa fi ariʼatama keenya hunda keessatti amantii keessaniin waaʼee keessan jajjabaanneerra. Sien die hoofstuk |