Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 3:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ኑስ ኦቦሌሰኬኘ ጢሞቴዎስ፣ ተጃጅላ ዋቃ እሰ ወንጌለ ክርስቶሲት ሆጄታ ህዸተኬኘ ተኤ ሰነ፣ አከ እን አመንቲኬሰንት እስን ጭምሱፊ እስን ጀጀቤሱፍ ኤርግኔረ፤

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Amantiitti akka isin jabeessuuf, cimsees akka isin gorsuuf, nuyi obboleessa keenya wangeela Kristosiif ergamuuttis hojjetaa Waaqayyoo isa ta'e, Ximotewosin gara keessanitti ergine*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Nus obboleessa keenya Xiimotewos, tajaajilaa Waaqaa isa wangeela Kiristoosiitti hojjetaa hidhata keenya taʼe sana, akka inni amantii keessanitti isin cimsuu fi isin jajjabeessuuf ergineerra;

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 3:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies