1 ተሰሎኒቄ 3:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 አኩመ ጃለል ኑ እስኒ ቀብኑ ደበላ ዴሙ ሰነ ጎፍታን ጃለለ እስን ወሊኬሰኒፊ ነመ ሁንዳፍ ቀብደን እስኒ ሃጉድሱ፤ ሃባይእሱስ። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Gooftichi jaalala isin walii fi namoota hundumaafis qabdan dabalee, akka isa nuyi ittiin isin jaallannutti hamma malee haa baay'isu*! Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Akkuma jaalalli nu isinii qabnu dabalaa deemu sana Gooftaan jaalala isin walii keessanii fi nama hundaaf qabdan isinii haa guddisuu; haa baayʼisus. Sien die hoofstuk |