Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 2:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ኑ ዋን አከ መሌ እስን ጃለትኔፍ ወንጌለ ዋቃ ቆፈ ኡቱ ህንተእን ሉቡኬኘሌ እስኒ ኬኑን ፌዺኬኘ ቱሬ፤ እስን ኑ ብረት አከ መሌ ጃለተሞ ቱርተኒቲ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Firoomaaf baay'ifne isin in yaanna; sababii isin jaallannuuf wangeela Waaqayyoo duwwaa utuu hin ta'in, lubbuu keenyas immoo isiniin ga'uun nutti in tola.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Nu waan akka malee isin jaallanneef wangeela Waaqaa qofa utuu hin taʼin lubbuu keenya illee isinii kennuun fedhii keenya ture; isin nu biratti akka malee jaallatamoo turtaniitii.

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 2:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies