Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አኩመ እስን ቤክተኒፊ አኩመ ዋቅንስ ዹጋ በኡ ሰነ ኑ ዱቢ ሶሶቢት ህንፈየደምኔ፤ ዶቅኑማ ዾክፈቹፍስ ሀጉገትኔ ገረኬሰን ህንዹፍኔ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Nuyi isin biratti warra dubbii itti kuulan, warra ittiin qabanii nu ga'a jechuu dadhabuu isaanii dhokfatan akka hin ta'in ba'eessa gootanii in beektu; kanas Waaqayyo in beeka*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Akkuma isin beektanii fi akkuma Waaqnis dhugaa baʼu sana nu dubbii sossobbiitti hin fayyadamne; doqnummaa dhokfachuufis haguuggannee gara keessan hin dhufne.

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 2:5

Volg ons:

Advertensies


Advertensies