Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ተሰሎኒቄ 2:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 አኩመ እስን ቤክተን ኑ ከናን ዱረ ፊልጵስዩስት ዽጰትኔረ፤ አከ መሌስ ቃኔፈምኔረ። ገሩ ዮ ሞርሚን ጭማን ኑ ቁነሜሌ ገርጋርሰ ዋቀኬኛቲን ወንጌለሳ እስንት ህሙዻፍ እጀ ጀብነ አርገትኔረ።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Isin bira utuu hin dhufin Filiphisiiyusitti akka dhiphanne, namoonni akka nutti darbanis in beektu. Isin biraas warri nuun morman utuma baay'atanii iyyuu, wangeela isaa akka isinitti himnuuf Waaqayyo keenya ija jabina nuuf kenneera*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Akkuma isin beektan nu kanaan dura Fiiliphisiyuusitti dhiphanneerra; akka malees qaaneffamneerra. Garuu yoo mormiin cimaan nu qunname illee gargaarsa Waaqa keenyaatiin wangeela isaa isinitti himuudhaaf ija jabina arganneerra.

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ተሰሎኒቄ 2:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies