1 ተሰሎኒቄ 2:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ይሁዶትን ኩኔን ወረ ጎፍታ ዬሱሲፊ ራጆተ አጄሰኒ ኑሌ አርአተኒዸ። እሳን ዋቀ ህንገመቺሰን፤ ነመ ሁንደትስ ዲነ ተኡ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Warri Yihudootaa goofticha Yesusin, raajotas in ajjeesan nus in ari'atan; Waaqayyoon hin gammachiisan nama hundumaa wajjinis waliif hin galan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Yihuudoonni kunneen warra Gooftaa Yesuusii fi raajota ajjeesanii nu illee ariʼatanii dha. Isaan Waaqa hin gammachiisan; nama hundattis diina taʼu; Sien die hoofstuk |