1 ተሰሎኒቄ 2:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ፈኬኘ ወልዶተ ክርስታና ዋቃ ወረ ክርስቶስ ዬሱስት ጅረን ከኔን ብየ ይሁዳ ጅረኒ ዱካ ቡተኒርቱ፤ አኩመ ወልዶትን ኩኔን ሀርከ ይሁዶታት ዽጰተን ሰነ እስንስ ሀርከ ነሞተ ብየኬሰኒት ዽጰተኒርቱ፤ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Obboloota nana! Isin faana warra biyya Yihudaa keessaa karaa Kristos Yesus waldoota Waaqayyoo ta'anii duukaa buutaniittu; akkuma isaan harka warra Yihudootaatti dhiphatan isinis harka warra biyya keessaniitti dhiphattaniittu*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Yaa obboloota, isin fakkeenya waldoota kiristaanaa Waaqaa warra Kiristoos Yesuusitti jiran kanneen biyya Yihuudaa jiranii duukaa buutaniirtu; akkuma waldoonni kunneen harka Yihuudootaatti dhiphatan sana isinis harka namoota biyya keessaniitti dhiphattaniirtu; Sien die hoofstuk |