Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ሳሙኤል 31:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 እሳንስ መታ ሳኦልራ ኩተኒ፣ ምአ ሎላ እሰራ ፉዸተኒ አከ እሳን መነ ዋቆተ ቶልፈሞሳኒ ኬሰቲፊ ሰበ እሳኒቲፍ ኦዱ ከነ ለብሰኒፍ ጉቱማ ብየ ፍልስጤሞታ ኬሰ ኤርገሞተ ኤርገን።

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Yommus isaan mataa Saa'ol irraa muranii, mi'a lolaa isaa irraa yaafatanii, galma waaqayyolii tolfamoo isaanii keessatti, saba isaaniittis oduu gaarii kana himuudhaaf, guutummaa biyya Filisxeemotaa keessa in naannessan*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Isaanis mataa Saaʼol irraa kutanii, miʼa lolaa isa irraa fudhatanii akka isaan mana waaqota tolfamoo isaanii keessattii fi saba isaaniitiif oduu kana labsaniif guutummaa biyya Filisxeemotaa keessa ergamoota ergan.

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ሳሙኤል 31:9

Volg ons:

Advertensies


Advertensies