1 ሳሙኤል 31:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ፍልስጤሞትን እቱመ ጀቤሰኒ ሳኦሊፊ እልማንሳ አርአን፤ እሳንስ እልማንሳ ጄቹንስ ዮናታን፣ አቢናዳቢፊ መልኪ-ሹዋ አጄሰን። Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Filisxeemonni Saa'olii fi ilmaan isaa sadan duukaa bu'anii ari'anii, Yonaataan, Abinaadaabii fi Malkiishuwaa billaadhaan in ajjeesan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Filisxeemonni ittuma jabeessanii Saaʼolii fi ilmaan isaa ariʼan; isaanis ilmaan isaa jechuunis Yoonaataan, Abiinaadaabii fi Malkii-Shuwaa ajjeesan. Sien die hoofstuk |