Yoonaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 <<Ka'i, gara Nanawwee mandara guddittii dhaqi! Hamminni namoota ishee guddatee na bira waan ga'eef, irratti labsi!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Sababii hamminni ishee fuula koo dura dhufeef, gara Nanawwee magaalaa guddittii dhaqiitii isheedhaan mormuudhaan itti lallabi.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ሰበቢ ሀምንሼ ፉለኮ ዱረ ዹፌፍ፣ ገረ ነነዌ መጋላ ጉድቲ ዸቂቲ እሼዻን ሞርሙዻን እት ለለብ።” Sien die hoofstuk |