Uumama 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo,<<Bishaanonni bantii waaqaa kanaa gad jiran iddoo tokkotti walitti haa qabaman, lafti inni bishaan irra hin ciifne haa mul'atu!>> jedhe; akkasumas in ta'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waaqnis, “Bishaan samiidhaa gad jiru iddoo tokkotti walitti haa qabamu; lafti gogaanis haa mulʼatu” jedhe. Akkasumas taʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋቅንስ፣ “ብሻን ሰሚዻ ገድ ጅሩ እዶ ቶኮት ወልት ሃቀበሙ፤ ለፍት ጎጋንስ ሃሙልአቱ” ጄዼ። አከሱመስ ተኤ። Sien die hoofstuk |